Balaa Konkolaataatiin Loltoonni Mootummaa Itoophiyaa Afur Du’an

Dembidoolloo
Suraa: Yeroo Itti Hiliikooptarri Looltoota Miidhaman gara Magaala Dambidoolootti Fidee buusuu , gaafa 09/01/2016

Guyyaa hara’aa ganama  konkolataan humna waraanaa Mootummaa Itoophiyaa magaalaa Caanqaa irraa gara magaalaaa Haroo Sabbuutti waraana feetee deemaa jirtu galagaluun, loltoonni mootummaa afur du’aniiru jedhameera.  Looltooni  lama immoo miidhaa hamaan akka irra gaheedha odeeffanoon bakka sanaa dhufaa jiru kan muli’isu.

Erga balaan konkolaata kun ga’ee booda, loltooni miidhaman gara Hospitaala Dambidoollootti hiliikooptaraan geefamaniiru.

Ji’a tokko dura Magaalaan Caanqaa irratti loltoonni mootummaa Oromoota sadii(3) ajjeesuun niyaadatama. Loltoonni kun osoo isaan ijoollee Oromoo adamsanii ajjeesuuf kaatanii waaqani isaan dura goree balaa kanaaf isaan saaxileera. Ooltee bulti malee gumaan ijoollee oromoo akkanatti hinhaftu..waaqaanis namaanis nideebi’a.

Advertisements

One thought on “Balaa Konkolaataatiin Loltoonni Mootummaa Itoophiyaa Afur Du’an

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s