IBSA EJJENNOO GUMII TOKKUMMAA ABBOOTII GADAA OROMOO

Simarsan

WALTAJJII MARII ABBOOTII GADAA GODINOOTA OROMIYAA MARA IRRAA WALITTI DHUFAN MARII GUYYAA SADIIF (HAGAYYA 24- 26/2008 A.L.H) Gaggeeffame

BAKKA: – HOTEELA RIZORTII SOODAREE

14183847_1784872905123278_804406750589000106_n

Nuti Abbootiin Gadaa Oromoo rakkoolee hawaasummaa, dinagdee fi siyaasaa hiikuuf mootummaa fi uummata gidduu taanee hojjechaa turuun keenya ni beekama.

Keessattu rakkoolee nageenyaa biyya keenya keessatti uumame ilaalchisee yaada furmaataa akka mootummaaf dhiyeessinetti guutummaa guutuutti hojiirra oolee hin jiru.

Gaaffilee ummatni qabatee hiriira bahullee abbootiin taayitaa irra jiran gaaffiii uummataa kana seeraan dhiyaatanii deebii kennuurra humna waraanaa qofaan fayyadamuun rakkoo hiikuu hin dandeenye.

Sababuma kanaan yeroo yeroodhaan reebichi, ajjeechaan, hidhaan uummata keenya miidhaa jira. Kanaafuu, shakkii qofaadhaan hidhaa fi reebichi ajjeechaan hammaataa jira. Ammas irra deebinee yaada furmaataa kan kenninu haala armaan gadiitiin ibsa ejjennoo qabxii kudha sadii(13) qabuun ibsina.

1. Ummatni Oromoo kamiyyuu godiinaan ,aanaan, gandaan, amantiinii fi ilaalcha siyaasaatiin osoo wal hin qoodiin gaaddisa Sirna Gadaa jalatti duudhaa Sirna Gadaa Oromootiin tokkummaa keenyaan Gadaa keenya…

View original post 412 more words

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s